Xiyoon keessaas ta’e maatii keenya keessatti namni tokko maaliif akka amala murtaa’e hubachuun gara namaaf yaadutti nama geessuu danda’a, sababa isaa osoo hin beekin garuu dogoggoraan hubachuu, aaruu fi dhuma irratti diina ta’uu dandeenya.
Kanaafidha Waaqayyo barbaachisummaa wal hubachuu fi wal ilaaluu cimsee kan ibsee fi “wal jaalladhaa” akka barsiisa kakuu haaraa isa guddaa ta’etti kan ibse.
Miseensonni Waldaa Waaqayyoo gidiraa, dhukkubbii, salphina, arrabsoo Abbaa fi Haati isaaniif dandamatan, ofii isaanii isa durii kan ofii qofaaf jiraatan dhangalaasuun, ofii isaanii haaraa kan wal ilaalan, waliif harka kennanii fi jaalala dammaqinaan shaakalan ta’uuf carraaqu.
Kanaafuu jaalala Waaqni nuuf qabu beekneerra; amanneerras. Waaqni jaalala. Namni jaalalaan jiraatu Waaqa keessa jiraata; Waaqnis isa keessa jiraata. . . . Inni ajaja kana nuu kenneera: Namni Waaqa jaallatu kam iyyuu obboleessa ofii isaa jaallachuu qaba. 1 Yohannis 4:16–21
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy