Seenaa Waaqayyo loltoota Gidewoon 300tti fayyadamee diinota 135,000 injifachuu fi seenaa Iyyaasuun Yerikoo naannoo isaa hiriiruu fi iyyee akkamitti akka injifate, bakka dubbii Waaqayyoof abboomamuun jiru hunda dinqiin akka jiru hubachuu dandeenya.
Bara Abbaa fi Ilmaa booda, bara Hafuura Qulqulluu kana keessatti, warri dubbii Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo haadha, “Saba hundumaatti wangeela lallabaa. Jaalalaan tokko ta’aa,” garaa abboomamaa ta’een duukaa bu’an dinqii ni dhugaa ba’u.
Ati garuu sababii mata jabina keetiitii fi garaa kee isa qalbii hin jijjiirranne sanaatiif guyyaa dheekkamsa Waaqaa kan murtiin qajeelaan itti mulʼatu sanaaf dheekkamsa of irratti kuusaa jirta. Waaqni, “Nama hundaaf akkuma hojii isaatti gatii isaa ni kenna.” Roomaa 2:5–6
Innis akkana isaaniin jedhe; “Gara addunyaa hundaa dhaqaa; uumama hundumattis wangeela lallabaa. Namni amanuu fi cuuphamu kam iyyuu ni fayya; nama hin amannetti garuu ni murama. Maarqos 16:15–16
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy