Wangeelli Waldaa Waaqayyoo, kan iddoo xiqqoo akka kutaa Maarqos isa ol-aanaa irraa eegale, eebba fi qajeelfama Waaqayyo Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadhaatiin guddatee, amma waldaa addunyaa guutuutti wangeela babal’ifte ta’eera.
Yaadaa fi jireenya fedha Waaqayyoo faallaa ta’e keessatti yoo bobbaane gonkumaa badhaadhina argachuu hin dandeenyu. Israa’elonni dinqiiwwan Isaa hedduu erga arganii boodas humna Waaqayyoo shakkuudhaan cubbuu hojjetaniiru, garuu Waaqayyoo Isa yeroo hundumaa nu gargaaru akka qabeenyaatti yoo ilaalle eebba baay’ee arganna.
“Waaqaan walii gali; isa wajjinis nagaan jiraadhu; haala kanaanis wanni gaariin siif dhufa. Afaan isaatii qajeelfama fudhadhu; dubbii isaa illee garaatti qabadhu. Yoo gara Waaqa Waan Hunda Dandaʼuutti deebite, ati ni haaromfamta; yoo dunkaana kee keessaa hammina balleessitee warqee kee biyyoo keessa buufte, yoo warqee Oofiirii immoo dhagaa keessatti gatte, yoos Waaqni Waan Hunda Dandaʼu warqee, meetii filatamaas siif taʼa. Iyyoob 22:21–25
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy