Waaqayyoo yeroo jalqabaaf dhufaatii Isaa irratti aarsaa cubbuu ta’ee fannoo irratti of aarsaa gochuuf dhufe. Yeroo lammaffaaf gara lafa kana akka dhufu ilma namaa fayyisuuf raajiin dubbatameera.
Waaqayyoo Abbaa fi Waaqayyoo Haadha, Hafuura fi Misirroo ta’anii dhufan, Waldaa Waaqayyoo keessa jiru.
Haa ta’u malee, waldoonni baay’een Kiristoos Ahnsahnghong, isa maqaa haaraa kanaan dhufe, waan hin beekneef ofumaan Waaqayyoo Haadha beekuu hin danda’an. Haala kanaan fayyina argachuu hin danda’an.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy