Waaqayyo ayyaanota akka mallattoo namoota Waaqayyootti amanan kenne.
Waldaan Waaqayyoo ayyaana torbee —Guyyaa Sanbataa —fi ayyaanota waggaa —Ayyaana Faasikaa, Ayyaana kan Maxinootu, Ayyaana Kennaa, Ayyaana Torbanootaa, Ayyaana Malakataa, Guyyaa Araarri Buʼu fi Ayyaana Daasii—akka barsiisa Kitaaba Qulqulluutti ni kabajti. Ayyaanonni kun saba Waaqayyoof mallattoo waan ta’aniif gara fayyinaatti isaan geessu.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy