Bu’aa Sanbataa, Seera Waaqayyoo, gara Waaqeffannaa Dilbataatti Jijjiiruu
Yeroo ammaa kana waldoonni baay’een isaanii Dilbata waaqeffannaa kan gaggeessan yoo ta’u, garuu seera namni tolche qofa kan yeroo Emperor Qosxanxinoos Dilbata ayyaana ummataa fi guyyaa waaqeffannaa Dh.K.D. 321tti labsanidha.
Sanbataa guyyaa torbaffaa Waaqayyo eebbaa fi qulqullummaa waadaa galee, hanga dhuma baraatti akka eegnu nu ajaje, Sambata dha.
Har’a waldaan akka sagalee Waaqayyootti sambata Sanbataa kan eegdu Waldaa Ergama Addunyaa Waldaa Waaqayyoo qofa.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy