Gara waggaa 2,000 dura Israa’eloonni Yesuusin, “Ati Waaqayyo ta’uu kee mallattoo nutti agarsiisi” jedhanii gaafatan. Yeroo sanatti Yesuus, mannaa jireenya bara baraa nuuf kennu yeroo nuti nyaannu ni kenna jedheera, bakka namoonni waggaa 40 gammoojjii keessatti nyaatanii osoo jiranii jireenya bara baraa hin arganneetti. Haa ta’u malee, yeroo sanatti Yihudoonni baay’een Yesuusin foon uffatee waan dhufeef itti hin amanne.
Waldaan Waaqayyoo Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha mannaa jireenyaa nuuf kennetti ni amana.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy